Konkolaataa manaa kooti

Fayyadamtootaf salphaa fii mijataa ta’e kan hojatame

Bakka ha qabatani

Konkolaataa manaa kooti .

Platformiin kuni Rakina ummata magaalaa keenya furuuf kan qophaa’e . Bilbila kessaniin Salphaatti ticketi konkolaataa murachuu danda'u .

Rakkoo malee garaa barbaadan .

Gara WEBSAAYTII kana senuun bakka deemu barbaadan filadhaa, amma fii bakka filataman 12 jiran , Fakeenyaf Finfinnee , bahrdar fi kanbiroo . Kan filatan eessan gara eessa fi guyyaa isaatti . Kanaan boda maqaa kessaniif namaa meqaa wajiin akka demtu Gutaa Lakkoofsa isiniif kename surraa kaasudhaan bufata konkolaataatti qarshii kaffaludhan osoo hinrakatin bakka barbadan deema .

Eessa deemu barbaadu ?

Gara WEBSAAYTII senuun iddoo deemu barbaadan filadhaa.

Filatanii?

Egaa filatanii boda maqaa keesanif hanga namaa isin wajjin deemu Guta.

Siritti qabadhaa!

Lakkoofsa isiniif kename surraa kaasudhaan bufata konkolaataatti qarshii kafala .

hubachiisa!

Lakkoofsa keessan saatii isiniif kennameetti qabatanii yoo hindhufne bakki namaa biratti kennama !

Subscribe godha . .

Wa'ee kenyaa akka oduu haran isin dhaqabuu subscribe godha .

Konkolaataa manaa kotii .

gara Bufata konkolaataa demu osoo isinirra hin eegamiin salphaatti mannaa Kessaan teesanii WEBSAAYTII kenyaan ticketi murachuu systemie isinii dandeesisu